Dargaggoonni adeemsa Marii Biyyaalessaa irratti hirmaachuun maaliif barbaachise? - ENA Afaan Oromoo
Dargaggoonni adeemsa Marii Biyyaalessaa irratti hirmaachuun maaliif barbaachise?
Dargaggoonni adeemsa Marii Biyyaalessaa irratti hirmaachuun maaliif barbaachise?
Daraggoonni yeroo walitti bu'insii fi waldhabdeen jiru caalaatti miidhamoo waan ta'aniif
Dargaggoonni baay'ina uummataa biyya keenyaa keessaa harka tokko sadaffaa(1/3 waan ta'anii fi kun immoo dhimmamtoota ijoo isaan taasisuu waan danda'uuf
Daraggoonni dhaloota biyya dhaalan waan ta'anii fi dhimma biyya isaanii boruuf abbaa waan ta'aniif
Dargaggoonni jijjiramaaf fedhii guddaa waan qabaniif yaadotaa fi ilaalchota haaraa adeemsa marii biyyaalessa keessatti keesummeesuf dhihoo ta'uu isaaniif
Gaaffii dargaggootaan boruun biyyaa waan cimuuf
Dargaggummaan humna guddadha, Dargaggummaan dirqamadha!
Madda - Komishiinii Marii Biyyaalessa