Itiyoophiyaa fi Saa'udii Arabiyaan haala tumasa gamlamee fi damdanuu qaban cimsuun danda'amurratti mari'atan. - ENA Afaan Oromoo
Itiyoophiyaa fi Saa'udii Arabiyaan haala tumasa gamlamee fi damdanuu qaban cimsuun danda'amurratti mari'atan.
Amajji 8/2017 (TOI) - Itiyoophiyaa fi Saa'udii Arabiyaan haala tumasa gamlamee fi damdanuu qaban cimsuun danda'amurratti mari'atan.
Ministir deetaan ministira Dhimma Alaa ambaasaaddar Misgaanuu Argaa Itiyoophiyaatti ambaasaaddara Saa'udii Arabiyaa Fahaad Abooydalaah Alhumii'aaydaanii Almootaayirii wajjira isaanitti simachuun waliin mari'ataniiru.
Marii isaaniinis hoggantoonni olaanoo biyyoota lamaanii haala itti daawwanaa taasisan irratti mari'ataniiru.
Itiyoophiyaa fi Sa'udii Arabiyaan dhimmoota fayidaa waloo ta'an irratti tumsa gamlamee fi damdanuu cimsuu akka qaban mari'achuu Odeeffannoon Ministira Dhimma Alaa irraa argame ni mul'isa.