Yaa’iin idil addunyaa jallisii fi oomishtummaa jijjiirama haala qilleensaaf hinmiidhamnee Itiyoophiyaatti nitaa’ama

Amajjii 30/2017(TOI)- Yaa’iin idil addunyaa jallisii fi oomishtummaa jijjiirama haala qilleensaaf hinmiidhamnee Guraandhala 5 amma 7 bara 2017tti Finfinnee yaadannii injifannoo Adwaatti nitaa’ama

Hooggantoonni biyyootaa, ogeeyyonnii fi qooda fudhattoonni biroon yaa’ii kanarratti nihirmaatu.

Yaa’ichi hojiirra oolmaa imaammata teeknooloojiiwwan jijjiirama haala qilleensaan  hinmiidhamnee bocuu fi birmadummaa nyaataa Afriikaa mirkaneessuurratti kan xiyyeeffate ta’uu odeeffannoon ministeera jallisii fi naannawa gammoojjiirraa argame nimul’isa.

Mariin kun akka waltajjii hubannoo uumuutti akka gargaaru ibsamra.

#Itiyoophiyaa

#Tajaajila oduu Itiyoophiyaa

#TOI

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015