Guyyaan yaadannoo wareegamtootaa 88ffaa Guraandhala 12 qophiilee addaan  yaadatamaa jira

Guraandhala 12/2017(TOI)- Guyyaan yaadannoo wareegamtootaa 88ffaa Guraandhala 12 qophiilee addaan  yaadatamaa jira.

Hooggantuun biiroo aadaa, aartii fi Tuurizimii Dr. Hirut Kaasaa Kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee bakka bu’uun, pirezidaantiin waldaa gootota Itiyoophiyaa durii Lij Daani’eel Jootee Masfin guyyaa kana sababeeffachuun Siidaa yaadannoo wareegamtootaa 6 kiiloo jala abaaboo kaa’aniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015