Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo Barattoota eebbisiisaa jira - ENA Afaan Oromoo
Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo Barattoota eebbisiisaa jira

Guraandhala 15/2017(TOI)- Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo Barattoota sagantaalee digirii jalqabaa, lammaffaa fi sadaffaan barsiise kuma 2 fi 524 eebbisiisaa jira.
Bakka bu’oonni ministeera barnootaa, hooggantoonni Yuunivarsiitichaa fi hooggantoonni olaanoon akkasumas maatileen barattoota eebbifamanii sagantaa eebbaarratti argamaniiru.