Sirni awwaalchaa Poop Firaansiis boru raawwatama - ENA Afaan Oromoo
Sirni awwaalchaa Poop Firaansiis boru raawwatama

Ebla 17/2017 (TOI)- Sirni awwaalchaa Phaaphaasii Phaaphaasotaa bataskaana Kaatolikii Roomaa Poop Firaansiis boru akka raawwatamu Vaatikaan beeksifte.
Gaggeessitoonni biyyoota 50 fi Mootiiwwan biyyoota garagaraa 10 sirna addababayii Qiddus Pheexiroositti taasifamurratti akka argaman odeeffannoon Vaatikaan nuwus nimul’isa.
Sirna Kanaan booda sirni awwaalchaa Room bataskaana Saantaa Maariyaa Maajooreetti (Baaziiliikaatti) niraawwatama.
Sagantaan gaggeessaa amma har’a galgala sa’aatii 3tti niraawwatama.