Walgahiin Innoveeshin Afriikaan Finfinneetti Taa’amuufi

Ebla 17/2017 (TOI)- Walgahiin Innoveeshin Afriikaan 2025 Ebla 20 amma 22 bara 2017tti Finfinneetti nitaa’ama.

Walgahiin kun barnoota, infoormeeshinii fi komunikeeshinii, (ICT) fi ogummaa dijitaalaarrattinkan xiyyeeffate ta’uu odeeffannoon ministeera Innoveeshinii fi teeknooloojiinimul’isa.

Ministiroonni biyyoota Afriikaa walgahicharratti akka hirmaatan ibsameera.

Taatee kana ministeera Innoveeshinii fi teeknooloojii, ministeera barnootaa fi ministeera hojii fi ogummaatu walta’uun qopheesse.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015